News

Naannoon mana jireenyaa hayyu duree Adda Bilisummaa Oromoo Daawuud Ibsaa, poolisii federaalaatiin marfamee akka jiru Itti gaafatamaan waajjira hayyu duree ABO Gadaa Oljiraa BBCtti himan.
Daangaarratti humnoonni adda addaa yakkoota raawwatan hundasaa fuudhanii Waraana Bilisummaa Oromoo ittiin himachuun ammoo dogoggora jedhan Obbo Jireenyaan. Mootummaan Keeniyaa Waraanni Bilisummaa ...
Obbo Battee Urgeessaa, miseensiAdda Bilisummaa Oromoo (ABO) Ebla 10 ... Namni siyaasaa ifatti dubbatu kun kanaan dura hidhaa yeroo adda addaa isa mudataa ture. Qaamni walaba ta'e Komishiniin ...