News

Mootummaa Naannoo Oromiyaan kan bulu 'Oromia Broadcasting Network' sagaleen Ministira Ittisaa Itoophiyaa Obbo Lammaa Magarsaa akka qilleensarra hin baane dhorkuun gaazexeesitoota dhaabbatichaa ...
Murteen kun amantaa qaama jijjiirama biyya keessatti dhufaa jiru hoogganu irraa qabdu hanga ta'e akka laaffatu taasiseeraa jechuun gaaffii BBC Afaan Oromoo gaafateef deebii yeroo kennu, "Akka ani ...